skin lightener

Addeessaa bifa gogaa namaa

Addeessaa bifa gogaa namaa -  Super Skin Lightener   Become a fan

     Biyya Ingilanditti kanhoomishame      

skin lightener mulberry arbutinSuper Skin Lightener dibata bifa namaa addeessan keessaa filatamaa kan ta'e dha. Biyya Ingilaand keessatti homishamee biyyalafaa guutummaatti kan gurguramaa jirudha.

skin lightening

skin whitenersHayidrokinooni fi isteroyidi irraa bilisa kan ta'edha.

skin lighteners asianSuper Skin Lightener akka homishoota bifa addeessan garabiro miti. Kunis, hayidrokinoon kan jedhamu (keemikaala uumamaa kan hintaane fi addeessuu bifa namaatif kan olu) of keessa hinqabu.

skin lightener fairHyidrokinooni fayyadamun fayyaa namaatif shakkisiisaa waan ta'ef Tokkummaa Awuroopha fi biyyoota garabiroo keessatti dhowwame (dhorkame) jira.

skin lighteners whiteners

Waan uumamaa irraa kan hojjetamedha

 

skin lighteners cream whitener  skin lightener mulberry plantation  skin lightening legs

skin lightening complex whitenerskin lightening naturalSuper Skin Lightener kan inni homishamu cuunfaa biqiltoota Ingilifaadhan Arbutin, Liquorice, Scutellaria, and Mulberry tin. Cuunfaan biqiltoota kanaa ogeessootan ilaalame, rakkina fayyaa utuu hin-uumin  bifa namaa sirritti addeessuu (gurraachina irraa haquu) danda'u isaaitif kan beekamedha.  

Cuunfaan biqiltoota arfan kanaa uumamuu meelaniin xiqqeessa. Melanin kan uumamaan bifa namaa guraachessudha. Dibati kun kan inni meelanin xiqqeesu baayyachu tayirosinez dhorkudhan.  

arbutin bearberry

mulberry skin lighteners

whitening wild liquroice

skin whitener scutelleria

arbutin

mulberry

wild liquorice

scutellaria

skin whitener african skinskin bleaching frecklesKireemi kana guyyaa dibachu eegalan irraa jalqabee torbaan lama keessatti gurraachinni bifa namaa gara addaachutti jijjiiramu jalqaba. Garu, uumamni nama hundumaa tokko waan hintaanef kan nama tokko -tokkoo kana caalaa turee addaachun mul'achu danda'a.  skin whitening liquorice

arbutin bearberry Kireemin dinqiin kuni bifaa gara addeenyaatti jijjiiru alatti guutummaatti gogaa haareessee, buburrachuu bifaa dhowwa. Fuula, morma, harkaa fi dhaqna irratti dibachun nita'a.

  Bifa gogaa garagaraatif akkasumas dhiirafis dubartiidhaafis kan hoomishame jira.

skin whitening lightener

Akka itti fayyadaman 

Guyyaatti si'a lama dibachu 

skin lighteners asianErgi dhiqattan booda dhaqna (nafa) harkaan susukuumati walqixxeessitanii lafa barbaachisutti dibadha. Naanno ijaatti garu dibachun dhowwadha. Yo gogaan keessan uumaman kan gogu yo ta'e dibata jiidha kennu irrakeessatti dibachu dandeessu.  

Ganama ergii Super Skin Lightener dibattan booda, keessattuu bakkee ooltu taanaan, bakka aduun dhaqna isin dhaqqabu hundatti  kireemi aduu gogaa irraa dhowwu dibachu hin-irraanfatinaa. Yo guyyaan dumeessa ta'eyyu super skin lightenerdibata aduu dhowwu dibachu hindhiisinaa.

Hamma danda'ame kireemi aaduu guutummaatti dhowwu (SPF) dibadhaa. Dibata miidhagina fuulaa (make-up) isa kaan irratti dibachu dandeessu.

 

skin lightener men

skin lightener men fairBifa argame haala gaaritti tursuu

Ergi gogaan keessan bifa isitti tolu argate booda akka sanatti tursuun torbanitti si'a lama hamma si'a afuritti dibachu itti fufuudhan.   

Ergi bifa barbaadan argattan booda Super Skin Lightener yero yeroo jedhameetti dibachu yo ittifuftan fuula ijoolummaa bareedu fi ifu qabaattanii yeroo dheeraadhaf tursu dandeessu.

 

skin lightener special offer

Gatii 

skin bleaching whitenersGatiin bilqaaxxiin ml 50 paawundi Ingiliizi kudhan (₤ 10)

Gurgurtaa Addaa: Lama bittanii toko tola fudhachuf (walitti sadii) gatiin paawubdii digdama (₤ 20)

Gurgurtaa addaa: bilqaattii 10 kan ml 50 paawundii ja'ataman (₤ 60)

 

skin lightener

skin lightening complex bearberryInternettidhan bitachu 

Kafalti karaa kireedit kaardi bebbeekamaa hunda akkasumas debit kaardii fi kafaltii karaa Worldpay, Paypal, cheekii fi ajaja karaa baanki  ta'u hunda nifudhanna.

Akaataa bittaa ajajuu fi kaffalu kana caalaa hubachuuf teessoo weebi kana ilaalaa:

http://www.superskinlightener.com/howtoorder.htm

scutellariaskin whitener body fairBilbilaan ajajachu barbaaddu yo ta'e bilbila kanaan gadiitin nu qunnamaa:

Tokkummaa Briteen kessatti- 0844 5857958

Tokkummaa Briteen alatti: 44 (0) 701 012 2310

Pound Sterling GBP £
Euro EUR
United States Dollar USD $
Australian Dollar AUD $
Brazilian Real BRL R$
Canadian Dollar CAD $
Czech Koruna CZK
Danish Krone DKK kr
Hong Kong Dollar HKD $
Hungarian Forint HUF Ft
Israeli Shekel ILS

Super Skin Lightener - 50 ml



super skin lightener
PayPal

Super Skin Lightener 50 ml jar
currency and order amount:
¥ JPY Japanese Yen
$ MXN Mexican Peso
$ NZD New Zealand Dollar
kr NOK Norwegian Krone
PHP Philippines Peso
PLN Polish Zloty
$ SGD Singapore Dollar
kr SEK Swedish Krona
Fr CHF Swiss Franc
$ TWD Taiwan Dollar
฿ THB Thai Baht

Gurgurta jumlaa:

fair skin lighteningDaldalaa shaqaxa miidhaginaa yo taatani  skin whitener arbutin uva ursi

Super Skin Lightener suuqii keessanitti gurguruu yo barbaaddan, nu qunnamaa. 

Raabsooni biyyota giduu fi fichisiiftonni (impoorteroonni) Awroopha, USA, Hindii, Aasiyaa, Giddugala bahaa, Ruusiyaa fi biyyoota garabiroo bitu fedhan nu gaafatanii keessumsiifamu danda'u. 

Odeeffanno dabalataaf emeeyiliin nu qunnamaa yookin tessoo weebi keenya daawwadhaa:skin lightener made in england

http://www.superskinlightener.com Email  sales@superskinlightener.com

skin lightening fair whitener

Dibata bifa namaa ibsu addeessu    Fuula keessaniif qaama keessan addeessaa   Gogaa keessan aka ifu godhaa

 

skin whitener skin lighteners skin lightening skin whiteners skin whitening skin bleach skin bleaches skin bleaching skin lightener fair skin

Super Skin Lightener home

 

 

 English to Oromo translation by:  poldival ( pvalendis@gmail.com)    Kan hiike: poldival, pvalendis@gmail.com

 

Contact:   SA International, Suite 45, 19-21 Crawford Street, London, W1H 1PJ England, UK
Telephone UK - 0844 585 7958    International +44 (0) 701 012 2310
Email: admin@superskinlightener.com 
 
            Reviewed by Smart Skin Care
 
Bookmark To: Bookmark to: Del.icio.us  Bookmark to: Facebook  Bookmark to: Twitter  Bookmark to: Google Bookmark to: Myspace Bookmark to: Yahoo  Bookmark to: Blinklist  Bookmark to: Linkagogo  Bookmark to: Spurl Bookmark to: Ask  Bookmark to: Mylinkvault  Bookmark to: Bookmark Tracker  Bookmark to: Diigo  Bookmark to: Squidoo Bookmark to: Wirefan  Bookmark to: This Next  Bookmark to: Mr. Wong  Bookmark to: Faves  Bookmark to: Simpy  Bookmark to: Netvouz          Resources
Privacy policy     Copyright © 2006- 2010 Super Skin Lightener     Terms of business.